gorsaf kadhannaa
Let us run a powerful company

Milkaayina Koo & Inspired Scripture

Milkaayina Koo

Milkaayina koo duuba kan jiru fi motora milkaayina kooti kan tahe Iyesus qofa.

Qajeelfama fi Galateeffannaa koo kan olkaase

1. Thessalonians 5:18: "Karra isaa galateeffadhaa, mooraa isaa galateeffadhaa! Maqaa isaa eebbisaa!"

Psalm 100:4: "Wanta gootan hundumaa, dubbiinis ta'e gochaan, maqaa Gooftaa Yesusiin godhaa, karaa isaatiin Waaqayyoon galateeffadhaa."

Colossians 3:17: "Wanti samii irrattis ta'e lafa irratti, kan mul'atus ta'ee kan hin mul'anne, teessoos ta'e bulchiinsi, bulchitoonni ykn abbooti taayitaas ta'e, wanti hundinuu karaa isaa fi isaaf uumame."

John 1:1-3: "Jalqaba irratti Dubbiin ture, Sagalichis Waaqayyoo wajjin ture, Sagalichis Waaqayyo ture. Inni jalqaba Waaqayyoo wajjin ture. Wanti hundu karaa isaatiin uumame, isa malees wanti uumame hin jiru."

Humna fi Kaayyoo kootin kan na utube

John 15:5: "Ani muka wayiniidha; isin dameedha. Yoo na keessa turtan, ani immoo isin keessan tura, ija baay'ees ni godhattu; ana malee homaa gochuu hin dandeessan."

Waaqayyo waan hundumaatti warra isa jaallataniif, warra akka kaayyoo isaatti waamamaniif, gaarii akka hojjetu ni beekna. Romans 8:28

akka Gorsattii kan na utube

Proverbs 3:5-6: "Garaa kee guutuudhaan Gooftaa amanadhu, hubannaa keettis hin hirkatin; karaa kee hundumaan isaaf bitamaa, innis karaa kee in qajeelcha."

isinis kadhannaa fi gorsaa keessan naaf kaha

Gorsa/Kadhataa